Ezekiel 16:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani atini ufirati ch'eerte, oboleyaani teetileeni akanaani sira woi barate si gula deebiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati salphinna kee haguuggattee waan goote maraafuu hin saalfatta; Soodomii fi Samaariyaan yoo waan kee kana argan isaan cubbamtoota akka keetii waan hin taaneef hin jajjabaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan goote kana maraan cubbu'utti waan isaan jajjabeessiteef, salphinna keeti hin uffatta; hin qaanottalle'e.