Ezekiel 16:58 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini maro waan ch'eera hamtu aka injirre tolchiteefi gaargalu malte. Nami dubbi tana jed'e, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati haala baduu keetii fi hujii hamaa nama jibbisiisu waan hojjatteef adabamuu si barbaachisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gatii sagaagalummaa teetiitii fi hujii diqachiittuu teetii ta akka dubartii sagaagaltitti'ii san fudhadhu, jedha Mootiin Waan Maraa.