Ezekiel 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si d'aatu baanaani sii ufumaa teete d'iiga keesa gangalatu si arge ch'ichu si d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa karaa saniin lufu akka ati dhiigaan maanxamtee dhidhiitattu si arge; Ati silaa dhiigaan ukkaamamtee duuta; Ani akka ati lubbu'uun jiraattu si godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani yennaa achiin dabaru ati dhiiga keeti keessa irkattee dhidhiitattuun si dhaggee, ati dhiiga keeti san keessa adoo jirtuu: Jiraadhu! Siin jedhe.