Ezekiel 16:60 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini wold'aqisa gaafa atini ijoolle woliini tolfanne jabeese, wold'aqisa haga jiru jireenna tau tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ani waadaa hennaa ati ijoolle'ee si woliin gale hin qaabadha; si woliin waadaa kiyya baraa haga bara baraa gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
te'uu malee, Gondooroo tiyya ta bara dargaggummaa teetii woliin gondooradhe hin dedhu; Gondooroo haga bara baraa si'iif hin godha.