Ezekiel 16:61 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan taate kana qaabate iraa ch'eerta, hojja oboleetini tante guddofi diqoleeni siti deebite. Anini worra lachu aka ilmaani teeti tolcha, ato wonti kunini duri wold'aqisa kenna keesa jiraachule baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani intallan haateetii ta hangafaatii fi ta maandha'aa fuudhee akka ijoollee teetiititti sii kenne jireenna kee ka durii qaabattee saalfatta; garuu wonti kun ta'u akkaataa waadaa sii galeetiinii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroo si woliin godhadheef, adoo hin te'in, obboleeyyan teeti ta durraa angafitti'ii fi maandhittii akka isaan ijoollee teeti ta durraa isi'iif te'anu yennaa ani si'iif kennu, ati hujii teeti ta durii yaadattee hin qaaneffatta.