Ezekiel 16:62 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wold'aqisa si woliini tolfad'e kana jabeese, duuba atinileeni akanaani aka anini AABBO Waaqa beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani si woliin waadaa kiyya hin haarawoomsa; ati hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Gondooroo si woliin hin gondooradha; atille akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta;