Ezekiel 16:63 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wollaala atini tolchite ch'ufa sii araarama, ammo atini wollaala suni qaabate ch'eerte afaani qabata. Nami waan kana jed'e, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani wonti waan kana godhuuf yakka hojjatte maraafuu hennaa sii araarame akka ati hujii kee qaabattee naatee saalfattee cadhiftuuf» ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan ati hujje maraaf yennaa si'iif araarame, ati hujii teeti qaabattee waan qaaneffattuuf, sababa salphinna keetiitiif, deebitee afaan keeti hin seeqattu› jedha Mootiin Waan Maraa» jedhe.