Ezekiel 17:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'uguma mukha suni yayu d'aabani, ammo inni bahe inguddata? Yo bubbeeni ilaboruti d'uftu isa d'ooftu, inni ingogogu? Fulluma isa iti d'abaniti ingogogu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biqiltuun woyini'ii dhaabameera; eeganaa inni biqilee lafa qabatee guddachuu danda'aa? hennaa bubbeen lafa gammoojji'ii jabaan isatti bubbise uduma hulee itti dhaaban san jiru sirima hin goguu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, addee tana irraa buqqifamee addee dhibi'itti yoo dhaabame hin oshobaa ree? Qilleensi o'aan karaa aduun baatuu yennaa isa dhowe, addee itti oshobe sanitti ijjumaa hin qooruu ree?› jedha» jedhe.