Ezekiel 17:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra na didu kanani, Isani waan mammaasa kana beetani? jed'i gaafad'i. Ammalle waan jettuuni, Hayyuuni Babiloni Yerusalemu d'aqe, hayyu Yerusalemutifi jaarole isaa gugurdo boojie Babilonitini gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mee yoo ka hiikkaa mammaakaa beekanii worra dhibaa kana gaafadhu; akka mootichi Baabiloonii gara Yerusaalemii dhufee mooti'ii fi abboota murti'ii gara Baabiloonii fide isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati worra finqilaa kanaan, ‹Isin hiikkaa waan kanaa hin beettanii ree? Kunoo, mootiin Baabilonii gara Yerusaalemii dhufee, mootii isi'iitii fi qondaaltota isi'ii booji'ee fudhatee Baabilonitti hin deebi'a.