Ezekiel 17:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra hayyu keesa nama toko fuud'e, namichi suni woldubbatani dubbi suni iti wold'aqani, jennaani inni isaa kakhachiise. Ammalle inni jara gugurda boojie suni fuud'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni maatii mootichaa keessaa nama tokko fuudhee isaan wolii galee akka inni isaaf amanamu kassiise; namoota biraallee worra beekkaman fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sanyii mootota Yihuda'aa keessaa tokkocha fuudhee isa woliin gondooroo godhatee, isa kakachiisee, isa woliin sooressitoota Yihuda'aalle fudhatee deeme.