Ezekiel 17:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi Yuda dubbi suni dide, nama Misiriti erge, fardooleefi askarti heddu kad'ate. Inni waan suni inargata? Dandae duraa imbaha? Inni yo wold'aqisa suni ch'abse, dandae duraa imbaha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Yihuuda'aa garuu didee akka farado'oo fi loltoota jajjabaa fidaniifiif worra dhaamsa geessan gara biyya Misirii erge; eeganaa karoorri isaa kun hin ta'aafii? waan kanaan miliqee jalaa bayuu danda'aa? yoo ka wolii galtee diigu ta'e adabbii jalaa hin bayaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa ammoo mootii Baabilonii irratti finqila kaasee, fardoole'ee fi loltoota bacaa akka isaaf kennanu ergantoota gara Gibxi'ii erge. Tun isaaf hin milkoottii ree? Nami waan akkasii godhe miliquu hin dande'aa ree? Gondooroo san diigee, miliquu hin dande'aa ree?› jedhi.