Ezekiel 17:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini iti kakhad'a, aka hayyuuni kunini lafa Babiloni keesati duu, waan inni kakhufi wold'aqisa inni hayyu Babiloni ka isa hayyu tolche, woliini tolfate, ch'abseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbii maraa olii Waaqa jiraataa waan ta'eef sababaa mootichi kun waadaa mootii Baabiloonii ka teessoo ulfinnaa irra ta'e waan diigeef Baabilooniin keessatti du'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani jiraataa, Goottaa Mootii Waan Maraa ti! Mootiin Yihuda'aa kun biyya Baabilonii biyya mooticha isa mootonsetti, kakuu isaa san tuffatee, gondooroo isa woliin godhate waan diigeef, inni biyya baabilonii keessatti hin du'a.