Ezekiel 17:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ka kakhufi wold'aqisa worri woliini tolfate ch'abse waan kana ch'ufa tolche, amma tana dandae duraa imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni kakuu san tuffatee waadaa isa woliin gale diigee haga harka kennateen maayessa waan kanniin waan godheef jalaa bayuu hin danda'u» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kakuu san tuffatee, gondooroo san diigeera. Kunoo, inni wolii galtee san diigee waan kana mara waan godheef, adabbii jalaa miliquu hin dande'u.