Ezekiel 17:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini inkakhad'a, aka nama kana, waan inni wold'aqisa qara na durati inguuta jed'e, ch'abseefi, balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin maraa olii «Ani waan jiraataa ta'eef inni waan kakuu naa kakate tuffatee waadaallee waan diigeef kakuun sun akka isa irra gawu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ani jiraataa, Goottaa Mootii Waan Maraa ti! Kakuu tiyya ta inni tuffatee fi gondooroo tiyya ta inni diige san mataa isaatitti hin deebisa.