Ezekiel 17:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini t'urura isaa kaye isa qabe lafa Babiloni isa geesa, waan inni na d'agayu dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani woshaadoo isa qabu isa jalatti badhisee akka inni isaan qabamu godha; inni waan na ganeef ani gara Baabiloonii isa fidee isatti murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani caccoo tiyya isa gubbaa diriirsee, inni tiyyoo tiyyaan hin qabama; waan naaf addatamuu dhabeef gara baabilonii isa geessee, achitti itti hin mura.