Ezekiel 17:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askarti isaa jajanna ch'ufa lola keesati fit'ani, ta baateleeni ch'ufti lafa ch'ufa keesati bitinoofti. Duuba akanaani, aka dubbi tana anini AABBO Waaqi jed'e, beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni isaa filatamaan dirree woraanaatitti dhuman; worri du'a jalaa hafan garuu hulee gara garaatitti bittinnaayan; hennaa san ka waan kana dubbate akka ana Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti isaa worri beekkamane ka baqatiisatti jiranu marti shallaaga'aan hin ijjeefaman; worri jiru'uun hafelle gara mara hin bittinnowan; yennaa san akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan; ani tana dubbadheera» jedhe.