Ezekiel 17:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini fiit'e hind'eesa d'eerati dame latta buqise, gaara Israeli ka
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha; «damee muka Libaanosii irraa haafa tokko fuudha; isa irraallee luxuu muree anumti gaara guddaa irratti dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Ani ifuma kiyyaan qaccee hindheensa dheera'aa san irraa quunxoo kutee hin dhaaba; quunxoo san keessaa kichuu tokkocha fuudhee, ifuma kiyyaan gaara ol aanaa dheeraa irratti hin dhaaba.