Ezekiel 17:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaara ch'ufa ira d'eerati d'aaba. Duuba dameeni suni latte baate, bosonte mid'aani baafte hind'eesa gudda mid'aaga taati. Simpirreeni gosa ch'ufa irati mana jaaratte gaadisa isale boqotti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen ani isa itti dhaabu gaara guddaa Israa'eliin keessa jiru irratti; ani wonti waan kana godhuuf akka inni damee baafatee daraaraa daraaree akka muka Libaanosii ka bareede ta'uuf; isa jala simbira gara garaatitu jiraata; gaaddisa haafa isaa jalatti uumama koola qaban maratuu maandhee ijaarata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gaara Israa'elii ol aanaa irratti isa hin dhaaba; inni achitti dameelee bacaa baasee, midhaanille buusee, hindheensa guddaa dansaa hin te'a. Sinbirreen gosa adda addaa marti isa jala hin leeti; gaaddisa dameelee isaa keessalle'etti mana hin ijaarratti.