Ezekiel 17:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u: Duri risa gudda tokoti jira, ka koola baricha mid'aaga qabu. Inni gara gaareeni Lebanoni barise, fiit'e dame hind'eesa ch'abse,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani Rabbiin maraa olii jedhu akka beekan waan kana isaanitti himi; allaattiin bajja jedhamu ka koolaa fi baallii bareeda'aa fi dhedheeraa qabu guddaa tokkotu ture; allaattiin kun gara gaarran Libaanosii bararee muka Libaanosii tokko irra taa'ee haafa isaa kutee gara biyya daldalli itti baay'atuu fidee qachaa worri daldalu itti baay'atu keessa kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Risaan guddaan ka koola gudda'aa fi baala dhedheeraa dansaa bifa adda addaa qabu tokko gara gaara Libaanonii dhufee, qaccee hindheensaa qabate.