Ezekiel 17:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo zabibu tana qarumayu yayu lafa bisaani ta biyye dansa qabdu keesati oobrani, aka isiini baate bosonte mid'aani guddo baaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biqiltuun woyini'ii sun guddatee akka barbaachisutti lalisee daraaraa mishaa akka daraaru huleen mishaan bisaan gayaa itti argatu hin jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muki woyni'ii sun dameelee hedduu baasee midhaan akka buusu, muka woyni'ii dansaalle akka te'uuf, lafa dansaa irratti addee bisaan guddaan jiru biratti dhaabbameeraayyu› jedha.