Ezekiel 18:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo duuba nami kunini ilma namaa saame ijeesu, ka waan
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun garuu ilma nama ajjeessuu fi yakka kanniin keessaa ka tokko raawwatu yoo qabaate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Te'uu malee, namichi sun ilma hunnaan nama irratti ka'u ka dhiiga namaalle dhangalaasu, ka waan kana keessaa takkattiille huju yoo uumate,