Ezekiel 18:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
abbaani intahini kana ch'ufa tolchu qabaate, ka gurbaani sunini sorio gaara gubbati qalani nyaate, nad'eeni biyyale farae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abbaan isaa yoma yakka kanniin keessaa tokkollee waan hin raawwanne yoo ta'e, ilmi isaa gaarran irratti waan waaqolee tolfama'aaf qalame yoo nyaate, yoo haadha manaa namaatitti dhaqe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ta abbaan sun waan kana keessaa tokkolle hin hujin, ilmi isaa ammoo waan addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaa ta gaara irraa irratti dhikaate yoo nyaate, niitii namaalle yoo batteesse,