Ezekiel 18:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
beese namaa liqeesele tirfi ira barbaade, nami kunini injiraata? Hiyo, injiraatu. waan inni waan ch'eera hamtu kana taheefi, inni inuma dua, d'iigi isaaleeni gubbuma isati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo qarshii ufii dhalaan liqeessee bu'aa guddaa fudhate namni akkanaa kun lubbu'uun jiraachuu danda'aa? inni sirima lubbu'uun jiraachuu hin danda'u; waan jibbisiisaa kanniin maraa waan hojjateef dhugamaan inni hin du'a; waan du'eef ufumaa itti gaafatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhalaan yoo liqeesse, dhala bacaalle yoo fudhate, nami akkasii kun dhugumaan lubbu'uun hin jiraataa ree? Inni hin jiraatu; inni waan diqachiittuu tana mara waan hujeef, dhugumaan hin du'a; dhiiga ifiitiif isumatti itti gaafatama.