Ezekiel 18:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ilmi akana kunileeni ilma qabaate, ka ilmi sunini ch'ubbu abbaani isaa tolche ch'ufa arge, gula deemu baate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu namni kun uduu ilma dhiiraa ka biraa qabaatee cubbuu abbaan hojjatu maraa argee isa faanaa hin deemne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmi kun ilma yoo uumate, ilmi isaa kun cubbuu abbaan isaa huje mara ilaalee, cubbuu akka abbaa ifii yoo hin hujin,