Ezekiel 18:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani na gaafatani waan jettani, Ilmi maafi ch'ubbu abbaani tolche jed'e ingaargalle? Wonti inni akasi intaaneefi waan inni waan d'uga qajeela gula bahe, aadaafi seera kiyya guuteefi tanaafi inni lubbu bula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa mucaan sababaa cubbuu abba'aatiif wonti hin adabamneef maali'i? jettan ta'a; mucaan waan qajeela'aa fi waan mishaa hojjateera; seera kiyya kabajjeera; kanaaf inni dhugamaan lubbu'uun jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin, ‹Ilmi sababa cubbuu abbaa ifiitiif maaf hin adabamin ree?› jettan. Ilmi isaa haqaa fi waan sirrii te'e waan hujeef, seerata kiyya mara waan eegateef, inni dhugumaan lubbu'uun hin jiraata.