Ezekiel 18:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, isani waan hojja nami ch'ubbu qabu duu anini gammadu seetani? Hiyo, anini ingammadu, Isa sila ch'ubbu suni iraa deebie jiraatu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani du'a nama hama'aatitti waan gammadu seetanii? wa'a; namni ani itti gammadu nama cubbuu irraa aagii galee lubbu'uun jiraatu jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan hammeenna ifii irraa deebi'ee akka lubbu'uun jiraatu malee, ani dhugumaan du'a isaatitti hin gammadaa ree? Jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.