Ezekiel 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini iti kakhad'e, aka isani iti deebitani lafa Israeli keesati mammaasa kana imammaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan jiraataa ta'eef mammaaka kana deebitanii Israa'eliin hin dubbatinaa'a; ka waan kana dubbate ana Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Dhugumaan ani Goottaa Mootii Waan Maraa jiraata'a! Isin haganaa achi lafa israa'elii keessatti mammaassa kana hin mammaattanu.