Ezekiel 18:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma anini, AABBO Waaqi guddaani, waan isani worra Israelitini jed'u, Anini isani namu woma inni tahuni qora. Tanaafi ch'ubbu tolchitani tana ch'ufa iraa deebia; ch'ubbuuni teesani tunini isani imballeesini ufi eegad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ani Rabbiin maraa olii wonti isin worra Israa'eliitiin jedhu kana; ani hujii hamaa keessaniif isin maraa hin adaba; kanaafuu hammeenna hojjattan irraa deebi'aa'a; yoo kana hin taanee cubbuun keessan isin balleessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, ‹Ee kolbaa Israa'elii! Ani akka hujii teessaniititti tokko tokkoo keessanitti hin mura; cubbuu teessan irraa deebi'a'aatii, cubbuun teessan akka isin hin balleessine, cubbuu teessan mara lakkisa'a.