Ezekiel 18:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenna isani tolchitani kana ch'ufa yaala baha, qalbiifi garaa hareesa horad'a. Isani worri Israeli, maafi badu feetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii hamaa keessan maraa dhiisa'aatii hafuuraa fi onnee haarawa qabaadhaa'a; isin worri Israa'elii maaf duutan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuu hujjane mara lakkisa'aatii, qalbii haareyaa fi Ayyaana haareya qabaadha'a; ee kolbaa Israa'elii! Isin maaf duutan ree?