Ezekiel 18:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami sunini waaqoota Israeli ka harkaani boch'ani inkad'atu, yokhaani sorio gaara gubbati qalani inyaatu. Nad'eeni nama d'ibile infaarau, yokhaani nad'eeni aada uwa qabdule bira irafu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqolee tolfamaa Israa'eliitii hin sagadu; yookaan waan nyaatan ka hulee dhooggametti qophaaye kamiinuu hin nyaatu; haadha manaa nama biraatitti hin dhaqu; yookaan dubartii garaa argitettillee hin dhaqu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni waan addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaa ta gaara irraatitti dhikaate hin nyaatu yookiin gara waaqota dharaa ka Israa'elii hin ilaalu; niitii namaa batteessu yookiin dubartii aadaan dubarti'ii irra jirtu bira hin gewu.