Ezekiel 18:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama indabsu, yokhaani nama insaamu. Inni qabdo nami hori isa iraa fud'ate iti kenne deebise, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennuunillee gad hin qabu; waan qabdii fudhate hin deebisa; hin saamu; ka beelaye hin nyaachisa; ka daare hin uwwisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan qaddii qabate nama liqeeffate saniif hin deebisa malee, nama tokkolle hin cunqursu; nama hin saamu; ka beeloteef sagalee kenna; ka daare woyaa itti uffisa.