Ezekiel 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni beese namaa liqeese tirfi iraa ibarbaadu. Inni waan hamtu intolchu, yo nami wold'abule d'uga gula dubbi mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qarshii ufii dhalaan hin liqeessu; yookaan dhala guddaa hin fudhatu; waan hamaa hojjachuu irraa uf eega; worra gado'oo dhugaa muree araarsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhalaan hin liqeessu yookiin dhala bacaa hin fudhatu; inni harka ifiitiin cubbuu hin huju; namaa fi nama wodhakka'atti muraa dhuga'aatii fi haqaa mura.