Ezekiel 19:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle lafa gamooji owitu d'eebichati d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu hulee bisaan hin jirre lafa gammoojji'ii keessatti dhaabame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma muki woyni'ii goomolee keessa addee bisaan hin jirre lafa goddu'utti dhaabame.