Ezekiel 19:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti lafaa waan isaa d'ageete, boola keesati t'ururaani qabde, hookooni lafa Misiriti hirkifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin isatti iyyee boolla ufii qotan keessatti isa qaban; funyoo funyaanitti godhanii harkisa'aa gara biyya Misirii fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa marroo isaa dhageette; inni boolla isaan qotane keessa seenee qabame; Isaanille hookkoo itti keyanee harkisanee gara biyya Gibxi'ii geessane.