Ezekiel 19:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gochiti ch'ufti gara ch'ufaa wolti d'ufte isa haate; worri t'urura isaani isaa kaye boola keesati isa qabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu hulee maraa dhufanii isatti ka'anii woshaadoo isa jalatti badhisanii boolla ufii qotan keessatti isa qaban;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gosi biyya adda addaa karaa maraan isatti kaate; isaan caccoo ifii isa irratti afanee, inni boolla isaan qotane keessa seenee qabame.