Ezekiel 19:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa goomooni qabani hayyu Babiloniti geesani. Achiti isa hid'ani, aka gaareeni Israeli gubbati deebiani itansu isaa ind'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haadaan isa qabanii mana siibo'oo keessa isa kaayan; gara mootii Baabilooniillee hin fidan; akka laagaan isaa lammata tulloota Israa'elii irratti hin dhagayamne mana hidha'aa isa galchan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hookko'oon harkisanee gooree sibiilaa keessa keyanee gara mootii Baabilonii geessane. Dhangaan inni dhowu gaarota Israa'elii irratti deebi'ee akka hin dhage'ane addee inni itti hidhamee eegamu keessa buusane.