Ezekiel 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri mata jajaba, diqole naa insaalfatu, tanaafi anini amma si erga, aka atini waan anini, AABBO Waaqi guddaani, jed'u worrati himtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaloonni kun morkata'aa fi ka garaa jabaatu; kanaafuu Rabbiin maraa olii banii maraa akkana isiniin jedha jettee akka isaanitti himtuuf gara isaanii si erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra morkatuu fi worra mataa jabaatu; tanaaf ani gara isaanii si ergaaraa, ati, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa akkana jedha› jedhiin;