Ezekiel 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, namicha, atini worraafi dubbi worrale insodatini. Ato worri aka mogoreetifi qoraati si marse, qanjibu siti tahele, worraafi waan worri jed'ule ind'eetini. Worra mata jaba, ka na dide suni, insodatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garuu ati ilma namaa! isaanii fi waan isaan dubbatanillee hin sodaatin; yoma akka qore'eetii fi akka qummuuddu'uu sitti ta'anii akka waan buutii heddu keessa jiraata'aartuutittilee yoo sitti dhagayame dubbi'ii fi fuula lolaa ka worra didaa sanniinii sirima hin sodaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille ilma namaa! Isaanii fi jecha isaaniille hin sodaatin; qore'ee fi qumi'uuduu woliin jiraatanulle, makka irra yoo teettelle hin sodaatin. Isaan worra finqilaa waan te'aneef, ati waan isaan siin jedhanu hin sodaatin; isaan si hin rifachiisin.