Ezekiel 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri si ch'aqase si ch'aqasule baate, waan anini sini jed'u kana worrati himi. Beekhi worri worra mata jajaba ka nami waan isaa dandauniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan banii dhibaa waan ta'aniif si dhagayanii'i si dhagayuu baatanillee waan ani siin jedhu isaanitti himta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra finqilaa waan te'aneef, yoo dhage'anelle yookiin yoo dhage'uu didanelle, ati jecha kiyya isaanitti dubbadhu.