Ezekiel 20:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini worra imballeesine; wonti akasitifi yo gochiti anini ila worra durati worra Israeli lafa Misiri keesaa baase taani na agarte ya gurri na bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu akka maqaan kiyya banii hennaa ani worra Israa'elii masakkee biyyaa isaan baasu na laala'aa turan afo'otti akka hin arrabamne waan kana maraa hin goone.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee gosa biyya addaa ta isaan adoo dhagganuu biyya Gibxi'ii keessaa isaan baase duratti maqaan kiyya akka hin salphanneef jedhee ani tana godhe.