Ezekiel 20:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini lafa gamooji suni keesati worrati kakhad'e waan jed'eeni, Anini lafa lafa ch'ufa ira mid'aadu, ta aananifi dammi aka lola yauti isani ingeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana caalaa lafa aannanii fi damma baaftu ta biyya adunya'aa maraa caaltu isaanii kenna jedhee waadaa isaanii galee ture; achiin maayessa garuu uduma isaan lafa gammoojji'ii jiran akka achi isaan hin galchine mirkaneessee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu lafa biyya lafaa mara caalaa toltu, ta aananii fi dammaa ta isaaniif kenne sanitti akka isaan hin galchine goomolee keessatti isaaniif kakadhe.