Ezekiel 20:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini akasi kakhad'eefi waan worri aada tiyya dide, seera kiyya ch'abse, guyya Sabatole t'ureese, waaqoota harkaani boch'ani nara jaalateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan ani murtii kana murteeffadheef waan isaan onnee ufiitiin gara waaqolee tolfama'aa deebi'anii, seeraa fi ajaja kiyya diiganii sambata waan batteessaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waaqota dharaa hordofanee, seera fi seerata kiyya didanee Sanbata kiyyalle waan salphisaneef tun teete.