Ezekiel 20:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege anini worraa nahe, lafa gamooji suni keesati hobaasu dide,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun maruu ta'ee ani garaa isaanii laafe, isaan hin balleessine; lafa onaatittilee sirima isaan hin findhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Teetulle, ani isaan mararee isaan hin balleessine yookiin goomolee keessatti isaan akka fixamanu hin tolchine.