Ezekiel 20:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini worra imballeesine — wonti akanatiifi yo gochiti anini ila worraa durati worra Israeli lafa Misiri keesaa baase taani na agarte ya gurri na bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu maqaan kiyya banii ani hennaa worra Israa'elii biyya Misiriitii baasu argan biratti akka hin arrabamne waan kana hin goone.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, gosa biyya adda addaa ta adoo isaan dhagganuu Israa'eloota biyya Gibxi'ii keessaa baase duratti maqaan kiyya akka hin salphanneef jedhee harka kiyya deebifadhe.