Ezekiel 20:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini akasi worraani jed'eefi, waan worri seera kiyya ch'abse, aada tiyya guutu didde, guyya Sabato t'ureese, waan harkaani boch'ani, ka ababooti worraa kad'ate, kad'ateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani wonti waan kana godheef waan isaan seera kiyya diiganii, akkaataa ani jireenna isaanii kennee waan hin hordofneef sambata batteessanii waaqolee tolfamaa abboota isaanii ta durii waan waaqeffataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa isaan waaqota dharaa ka abbootii ifii ilaalanee, seera kiyyaaf ajajamuu dhabanee, seerata kiyya didanee Sanbata kiyyalle salphisaneef ani tana godhe.