Ezekiel 20:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini seera dansa intahinifi aada nama injirreesine worraa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa seera mishaa hin taanee fi ajaja isaan ittiin jiraachu'uunii hin dandeenne isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Kana irralle'etti, seerata dansaa hin te'inii fi seera isaan jiruu ittiin hin dhagganne isaaniif kenne.