Ezekiel 20:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka worri ilmaani isaani ta angafa sorio baase akasiini ufi t'ureesu, iti lakise. Wonti anini akasi tolcheefi, aka worri gaargala argate, akasiini aka anini AABBO Waaqa beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo isaan ijoollee ufii ta hangafaa ciincaa isaan irraa hin fudhatamne dhiyeessanii uf batteessanillee ittuma dhiise, wonti ani waan kana godheef ka isaan adabu akka ana Rabbiin ta'e haa beekani'iif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa akka te'e akka beekanuuf, ijoollee ifii angafoota mara ciincaa dhikeessanuun akka battowanu isaan lakkisee, naasuulle isaanitti buuse jedha› jedhiin.