Ezekiel 20:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma, Namicha, waan atini worra Israelitini jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, kunini kara d'ibi, ka abbootini teesani ta saala d'abde, naani arabsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ati ilma namaa! waan Rabbiin maraa olii jedhu worra Israa'eliititti himi; abboonni isaanii na gananii waan kanaan na uggan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, ee ilma namaa! Ati kolbaa Israa'eliititti dubbadhuutii, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Abbootiin teessan naaf addatamummaa dhabanee, tanalle'een na faanshessane.