Ezekiel 20:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra gaafad'e waan jed'eeni, Gaareeni d'ed'eertuuni isani sorio gubbati qaltani tunini maani? Tanaafi arti asi waan sunini Bamah jed'aniini, akasi jechaani gaareeni d'ed'eertu jechu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani tulluuwwan isin itti deemtan kunniin maali'i?› jedhee isaan gaafadhe; huleen kunniin haga adhaa tulluuwwan gugurdaa jedhaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille isaaniin: «Addeen isin dhaqaartanu ka, ‹Baamaa› jedhamanu kun ‹Maan inni?› jedhee gaafadhe. ‹Baamaa› jechuun, ‹Addee waaqonfanna'aa› jechu'u. Maarre addeen sun haga adhaa, ‹Baamaa› jedhaman.