Ezekiel 20:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana waan worra Israelitini jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: Isani maafi ch'ubbuma abbootini teesani tolchite tolchitani, waan hamtu worri kad'ate kaani kad'atani ufi t'ureesitani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee waan ani Rabbiin maraa olii jedhu banii Israa'eliititti isin akkuma abboota teessan ta durii uf batteessa'aa waaqolee tolfamaa isaanii ka nama jibbisiisu waaqeffata'aa maaf dogoggortan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ati kolbaa Israa'eliititti dubbadhuutii: Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Isinille akkuma abbootii teessanii waaqota dharaa diqachiisaa san waaqonfattanee ifi batteessitanii?